Xurree ittiin seenan

Breaking News

Adaamaatti Geejjiba Bajaajiin Wal-qabatee Yakki Raaw'atamu Hammaate, Jedhama


Adaamaatti Geejjiba Bajaajiin Wal-qabatee Yakki Raaw'atamu Hammaate Jedhama
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:14 0:00

Adaamaatti Geejjiba Bajaajiin Wal-qabatee Yakki Raaw'atamu Hammaate Jedhama

Tajaajilli geejjiba magaalaa konkolaataa Bajaajii yokaan Miil-sadee Itiyoophiyaa keessatti hedduu babal’ataa jira.

Shawaa Bahaa magaalaa Adaamaatti geejjibi kun kan heddumminaan dhimma itti bahamu yoo tahu, eega dhiyeenyaatii as garuu Bajaajii keessatti imaltootaa fi konkolaachistootarratti yakki adda addaa akka raawwatu dubbata - Qajeelchi Poolisii Magaalaa Adaamaa.

Qajeelchichatti Abbaan deemsa nageenya naannoo mirkaneessuu Koomaander Kebbedee Leggesee, ganna darbe konkolaatonni miil-sadee yakka akkasiirratti bobbo’an 153 qabnee jirra, jedhan.

XS
SM
MD
LG