Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rakkoo Caamaa Boorana Mudate Furuuf Gareen Gargaarsa Walitti-qabaa Ture Tokko Qarshii Miliyoona Shanii Ol Argachuu Dubbata


Rakkoo Caamaa Boorana Mudate Furuuf Gareen Gargaarsa Walitti-qabaa Ture Tokko Qarshii Miliyoona Shanii Ol Argachuu Dubbata
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:33 0:00

Ammas hoongee godina Booranaatti mudateef namootni dhuunfaa dhaabbilee fi mootummaan gargaarsa taasisaa jiru. Dhiyeenyas gareen gargaarsa walitti qabuuf socho’aa ture takka qarshii miiliyoona shan ol walitti qabe dursaa garee kanaa keessaa takka ka tahe Jaatanii Boonayyaa VOA’tti himee jira.

Dargaggo Jaataniin gargaarsi walitti qabame gaarii tahus ammas yoo rakkoo ummati keessa jiruun biraa qabnu garuu diqqaa jechuun dubbate.

Waajjirri Sodaa Balaa kan Godina Booranaa ammas loon du’aa akka jiran dubbate. Aab Guyyoo Carfii Itti gaafatamaan waajjirichaa loon kum 25 ol du’uu himanii haga yoonaatti maatiin kum 200 ol gargaarsa argachuu dubbatan.

XS
SM
MD
LG