Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaanni Irreechaa Waashington Diisiitti Sirna Ho’aan Kajabame  


Ayyaanni Irreechaa Waashington Diisiitti Sirna Ho’aan Kajabame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:20 0:00

Ayyaanni Irreechaa Waashington Diisiitti Sirna Ho’aan Kajabame

Ayyaanni Irreechaa bara kanaa Dilbata darbe as magaalaa guddittii Yunaayitid Isteets Washiington DC keessatti bakka yaadannoo prezidaant Abrahaam Linken, Liinken Miimoriyaal jedhamutti ayyaanefamee oole.

Sirna kana irraatii lammiileen Oromoo kutaa Yunaayitid Isteetis adda addaa irraa dhufan hirmaataniiru. Abbootiinn fi haadhootiin, akkasumas abbootiin amantaa sirna galataa fi eebbaa geggeessaniiru.

Qeerooni fi qarreen itti hirmaatan ayyaanicha miidhagsaa oolan. Befiqaaduu Morodaa

XS
SM
MD
LG