Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barattoonni Mana-barnootaa Bultii Addaa Adaamaa Qabxii Ol'aanaa Galmeessisan


Mana-barnootaa Bultii Addaa Adaamaa

Waldaa Misooma Oromiyaatiin kan dhaabbate Mana Barnootaa Bultii Addaa Adaamaatti barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatan keessaa 40 ol qabxii 600 ol fiduu isaanii manni barumsichaa beeksise jira.

Qindeessaan Mana Barumsaa Bultii Addaa Damee Adaamaa Obbo Abbaba Zawudee akka barattootni isaanii qabxii olaanaa galmeessisaniif barsiisotni carraaqqii godhaa turuu ibsan.

Barattoota qabxii 600 ol fidan keessaa, barattootni yaada isaanii Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf kennan, mala qabxii olaanaa ittii fiduu danda’an dubbatan. Naakoor Malkaa tu Ambo irraa gabaase.

Barattoonni Mana-barnootaa Bultii Addaa Adaamaa Qabxii Ol'aanaa Galmeessisan
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:39 0:00


Yaadawwan Ilaali (6)

XS
SM
MD
LG