Xurree ittiin seenan

Breaking News

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Guyyaa Filannoo Beeksise 


Daarektarri Quunnamtii-uummataa, Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa, Sooliyaanaa Shimallis
Daarektarri Quunnamtii-uummataa, Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa, Sooliyaanaa Shimallis

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa, filannoon biyyaalessaa biyyattii marsaa 6ffaan akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti Waxabajjii 14, bara 2013 kan geggeessamu tahuu beeksise.

Tahus garuu, filannichi naannoo galmeessuun filattootaa itti xumurame qofatti ka geggeessamu tahuu, Daarektarri Quunnamtii-uummataa boordichaa, Sooliyaanaa Shimallis, har’a ibsa gaazzexeessotaaf kennaniin hubachiisanii jiru.

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Guyyaa Filannoo Beeksise
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:16 0:00


XS
SM
MD
LG