Xurree ittiin seenan

Breaking News

Liindaa Toomaas Griin Fiild Tuuta Oduuf Ibsa Kennan


Faayilii -Tokkummaa Mootummootaatti, Ambaasaddarri Yunaayitid Isteetis, Liindaa Toomaas Griin Fiild
Faayilii -Tokkummaa Mootummootaatti, Ambaasaddarri Yunaayitid Isteetis, Liindaa Toomaas Griin Fiild

Tokkummaa Mootummootaatti, Ambaasaddarri Yunaayitid Isteetis, Liindaa Toomaas Griin Fiild, kora Mana-maree Naga-eegumsaa Jaarmayicha Addunyaa har’atti karoorfame dursuun, wahilummaa Amerikaan biyyoota Afrikaa waliin qabaattu irratti ibsa kennanii jiran.

Dhimma Afriikaatti hayyuu yeroo dheeraa kan ta’an Toomaas Griin Fiild imaammata bulchiinsi Baayiden Afriikaa ilaalchisee qabu beeksisanii jiran.

Yeroo ammaa Israa’elii fi hidhattoota Hamaas gidduutti walitti bu’iinsa uumame furuuf illee biyyoota Afriikaa fi gola naga eegumsaa waliin hojjetaa akka jiran ibsan.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Liindaa Toomaas Griin Fiild Tuuta Oduuf Ibsa Kennan
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:23 0:00


XS
SM
MD
LG