Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchaa Kutaa Kaaliforniyaa Angoo Irraa Kaasuuf Sagaleen Kennamee Jira 


Bulchaa Kutaa Kaaliforniyaa, Gaavin Neewsam
Bulchaa Kutaa Kaaliforniyaa, Gaavin Neewsam

Kutaa Yunaaytis Isteetes gama dhiyaa kan taatee Kaaliforniyaa keessatti bulchaa kan ta’an Demookraaticha Gaavin Neewsam aangoo irraa kassuuf yaalii ta’ee kanneen sagalee kennaaniin fashalee jira.

Kanneen sagalee kennan 100 keessaa harka 70tti kan dhiyaatan aangoo gadhiisuu hin qaban jechuun sagalee kan kennan yoo ta’u fi harkii 30 immo aangoo gadhiisuu qaba jechuun sagalee ofii kenna

Dhaabattonni oduu Ashosheetid Prees . Si En En (CNN) fi Televiziyoonni En Bii Sii (NBC) kun akka ta’u dursanii raaganii turan.

Ba’iin sagalee uummataa akka aangoo irra turaniif murteessee Roobii har’a ganama ennaa labsameetti Niiwsom namoota kaaliforniyaa keessa jiraaatan kanneen mirga bu’uuraa kan sagalee kennuu hojii irra olchaniif kabajaa fi dinqiisiifannaa qabu ibsa jedhan.

XS
SM
MD
LG