Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ijoollee 100 ol Ambotti Oguma Fakkii Barataa Jiran


Ijoollee 100 ol Ambotti Oguma Fakkii Barataa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:23 0:00

Ijoollee 100 ol Ambotti Oguma Fakkii Barataa Jiran

Giddu-gala Qorannoo fi Qo’annoo Aadaa Looreet Tsaggaayee Gabramadin keessatti yeroo ammaa ijoolleen umuriin isaanii waggaa toorbaa haga kudha afurii gahe kanneen dhibba tokkoo ol tahan oguma fakkii kaasuu barataa jiran.

Ka Yunivarsitii Amboo keessatti argamu Giddu-gala Qorannoo fi Qo’annoo Aadaa kana keessatti ijoolleen baratan keessaa kanneen VOAtti dubbatan hagi tokko, hawwiin isaanii oguma toora fakkii kaasuutiin Oromiyaa fi guutummaa biyya isaanii addunyaatti beeksisuu akka tahan ibsan.

Gabaasaan keenya, Naakoor Mallkaa bakka barnootichi geggeessamutti argamuudhaan barattoota, barsiisaa fi itti gaafatamaa giddu-galichaa dubbisuun gabaasaa qindeesse qaba.

XS
SM
MD
LG