Xurree ittiin seenan

Breaking News

Calliinsii Hafee Waa’een Rakkoo Ootizim Ifatti Dubbatamuu Qaba.VOA


Calliinsii Hafee Waa’een Rakkoo Ootizim Ifatti Dubbatamuu Qaba.VOA
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:30 0:00

Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti kutaan sagantaa Afrikaa Roobii Ebla 25 bara 2018 rakkoo Ootizim ykn “Autism” jehdamu ilaalchisee marii tokko geggeessee ture.

Ogeessotaa fi qorattoota eegumsa fayyaa, dhaabbatoota mootummaa fi dhunfaa kanneen Ootizim irratti hojjetan akkasumas maatii ijoollee rakkoo kana waliin jiraatanii fi namoota rakkoo kana ofii isaanii qaban waliin mariin kungeggeeffame.

Rakkoon kun Afrikaa keessatti maal akka Fakkaatu vodiyoon agarsiisu kan dhiyaate yoo ta’u Leegos Naayjeriyaa irraas marii kana irratti hirmaatanii jiru.Raadiyoon sagalee Amerikaa Marii kana kallattiidhaan gama Televiiziyoonaa fi Feesbuukiin tamsasame jira.

XS
SM
MD
LG