Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoota Dhagaa Baasuun Jireenya Ofii Fooyyeffachuf Carraaqaa Jiran 


Dargaggoota Dhagaa Baasuun Jireenya Ofii Fooyyeffachuf Carraaqaa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:47 0:00

Dargaggootni 300 ol tahan magaalaa Amboo keessatti hojii dhagaa baasuufi gurguruun ofii fi maatii isaanii jiraachisuuf, akkasumas jireenya ofii fooyyeffachuuf akka carraqaa jiran dubbatu.

Gabaasaan keenya garii isaanii dubbisuun gabaasaa qindeesse daawwadhaa.

XS
SM
MD
LG