Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dawaan Liqiimfamu Kan Dhukkuba KOOVIID- 19 Ittisuu Argamee Jira


Faayilii - Qoricha dhaabati dawaa oomishu Meerk sadarkaa qorannoo fi yaaliirra jiru

Namoota vaayrasii koroonaan qabamaniif yaaliif kan kennamee Dawaan liqimsamuu fi dhukkuuba KOOVID-19 ittisuu lakkoobsa namoota dhukkubsatanii hospitaala seenii fi du’an walakkaan hanqiisuun isaa, dhaabati dawaa oomishu Meerk jedhamu beeksisee jira.

Kaampaanich akka jedhutti aangawoonnii waa’ee fayyaa kan Yunaaytid Isteetesiis ta’e kan addunyaa, dawaan liqiimsamu kun akka hojii irra ooluuf dhiyeenyatti gaafachuuf jira.

Dhukkuba KOOVIID-19 ittisuuf dawaan liqiimsamuu ennaa argamu kun ka duraati.Tarii weerara dhukkubichaa ittisuuf yaalii gaggeeffamaa jiruuf tarkaanfii guddaa ta’u mala jedhamee jira.

Yaadawwan Ilaali (14)

XS
SM
MD
LG