Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qondaalonni ABO Lama Manni-murtii Akka Hiikaman Ajaje Ammallee Hin Hiikamne, Jedhu Abukaatoon Isaanii  


Asxaa ABO
Asxaa ABO

Qonaaltota siyaasa ABO obbo lammii Beenyaa fi obbo Daawit Abdataa manni murtii waliigala Oromiyaa dhaddachi Daalattii bilisaan gadi lakkisuu isaa kan dubbatan abukaatoon isaanii, haata'u malee namoonni kun hanga yoonaa hin hikamnee , ajajni mana murtii hojii irraa hin oolfamne, jedhu.

Kanaan dura komishiniin mirga namoomaa Itoophiyaa naannoo Oromiyaa bakka tokko tokkotti ajajni mana murtii hojii irra oolaa hin jiru jechuun qeequun isaa niyaadatama .

Gama mootummaatii, Biiroon Nageenya Oromiyaa immoo, sababa adda addaatiin ajajni mana murtii otuu hojii irraa hin oolin hafa jedhee ture. Gabaasaa guutuu caqasaa

Qondaalonni ABO Lama Manni-murtii Akka Hiikaman Ajaje Ammallee Hn Hiikamne, Jedhu Abukaatoon Isaanii
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:25 0:00


XS
SM
MD
LG