Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dr. Daani’eel Baqqalaa Badhaafaman


Komishinarri Komiishina Mirga Dhala Namaa kan Itiyoophiyaa, Dr Daani’eel Baqqalaa
Komishinarri Komiishina Mirga Dhala Namaa kan Itiyoophiyaa, Dr Daani’eel Baqqalaa

Komishinarri komiishina mirga dhala namaa kan Itiyoophiyaa Dr Daani’eel Baqqalaa, Badhaasa Afrikaaf bara 2021f Jarmaniin qopheessitee injifatanii jiru.

Dr. Daani’eel sagalee guutuun kan filataman yoo ta’u,Itiyoophiyaa keessatti kabajamuu mirga dhala namaaf yeroo dheeraaf dhaabatan jechuun, badhaasa sadarkaa olaanaa Jarmaniin qopheessite ta’u, dhaabbatii Jarman Afrikaa faawundeeshiin jedhamu beeksisee jira.

Kana malees jedha dhaabatichii, Dr. Daani’eel komishiinicha mirga dhala namaa Itiyoophiyaa guddaa foyyeessuun, walabummaan akka hojjatuu taasiisan jedhee jira.

XS
SM
MD
LG