Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dubartoonni fi Durboonni Tigiraay Dhibbootatti Lakkaawaman Loltoota Itiyoophiyaan Gudeedaman: Amnestii Internaashinaal 


Faayilii - Dubartii umuriin 30, Birihaan jedhamtu loltoota Itoophiyaa fi Eeritaatiin dirqiidhan gudeeddamuu himattee fi hoospitaala Maqaleetti yaalamaa turte, Guraandhala 27, 2021

Dhaabbata mirga namoomaa idiladdunyaa, Amnestii Internaashinaaliin gabaasaan haaraan bahe tokko, humnoonni Itiyoophiyaa fi Ertiraa, walitti-bu’insa naannoo Tigiraayitti geggeessame keessatti malteedhaan dubartootaa fi durboota dhibbootatti lakkaawaman irratti humnaan gudeeddii fi miidhaalee biroo geggeessan, jedhee jira.

Dubartoonni fi Durboonni Tigiraay Dhibbootatti Lakkaawaman Loltoota Itiyoophiyaan Gudeedaman: Amnestii Internaashinaal
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:18 0:00

Mootummaan Itiyoophiyaa fi kan Ertiraas gabaasaa Amnestii Internaashinaal kanaaf deebii kennanii jiran.

Dubartoonni fi Durboonni Tigiraay Dhibbootatti Lakkaawaman Loltoota Itiyoophiyaan Gudeedaman: Amnestii Internaashinaal
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:17 0:00


Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG