Xurree ittiin seenan

Breaking News

Duuli Filannoo Naannoo Tigraay Jalqabame 


Magaala Meqelee, Tigraay

Filannoo naannoo Tigraay keessatti geggeessamuuf har’a duuli filannoo sabaa himaa naannoon tamsaasamuu eegalee jira.

Duulli dadammaqiinsaa sanaaf sababaa weerara vaayiresii koronaan kan ka’e wal ga’ii uummataa fi hiriirri nagaa hin geggeessamu.

Guyyaa har’aa paartileen filannoo sana irratti hirmaatan buufataalee TV sadii, raadhiyoo FM sadii fi sagantaalee raadiyoo biyyooleessaa irratti beeksisamuu jalqabaniiru jechuun Mulugeta Atsbeha Meqelee irraa gabaaseera.

Yaadawwan Ilaali (5)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG