Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itti-aanaa Dura-taa’aa Medrek: Paartiilee Mormituu Sababaa Dhugummaa Hin qabneen Yakkuun Egeree Biyyattiif Furmaata Hin Ta’u


Itti-aanaa Dura-taa’aa Medrek, Obbo Gabruu Gabre-maariyaam
Itti-aanaa Dura-taa’aa Medrek, Obbo Gabruu Gabre-maariyaam

Mootummaan Itiyoophiyaa labsii yeroo hattattamaa baatiilee ja’aaf biyyattii ittiin bulchaa ture, baatiilee afur ka biroodhaaf yeroo dheeressee jiru kanatti, paartiileen mormitootaa biyyattii keessatti galmaawanii soch’an akkamitti hojjetaa jiran? Marii siyaasaa paartii aangoo harkaa qabuu fi paartiilee biyyattii 21 gidduutti geggeessamaa ture keessaa ka dhiheenya bahe – gamtaan Medrek, waa’ee marii kanaaf egeree biyyattii maal jedha? Kan yeroo ammaa as Yunaayitid Isteets dhufanii jiran – itti-aanaa dura-taa’aa fi itti-gaafatamaa quunnamtii uummataa Medrek – akkasumas - ittii-aanaa dura-taa’aa Koongiresa Federaalawa Oromoo – Obbo Gabruu Gabre-maariyaam haasofsiisnee jirra.

Kana cuqaasuudhaan gaaffii fi deebii guutuu dhaggeeffadhaa

Itti-aanaa Dura-taa’aa Medrek: Paartiilee Mormituu Sababaa Dhugummaa Hin qabneen Yakkuun Egeree Biyyattiif Furmaata Hin Ta’u
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:52 0:00

XS
SM
MD
LG