Xurree ittiin seenan

Breaking News

Feestivaalli Federeeshinii Ispoortii Oromoo Ameerikaa Kaabaa Xumurame 


Feestivaliin Federeeshinii Ispoortii Oromoo Ameerikaa Kaabaa kan torban tokkoof handaaraa Magaalaa Minniyaapolisitti gaggeeffamaa ture shaampiyoonummaa garee Madda Walaabuutiin Sanbata darbe xumurame.

Feestivaala Kanaan wal qabatee Yaadannoon Artist Haacaaluu Hundeessaa guyyoota sadiif qophiilee adda addaatiin gaggeeffamee jira.

Alamaayyoo Qannaa, Miniyaapoolis irraa gabaasa dabalataa ergeera.

Feestivaalli Federeeshinii Ispoortii Oromoo Ameerikaa Kaabaa Xumurame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:00 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG