Xurree ittiin seenan

Breaking News

Saboonni Biroonis Oromiyaa Keessatti Dorgomuuf Mirga Qabu: Obbo Taayyee Danda'aa


Waajiira Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaatti itti gaafatamaa sab qunnamtii, Obbo Taayyee Danda'aa

Filannoo guutummaa Itiyoophiyaa keessatti gaggeffamuuf jiruuf qophii fi duula filmaataa Paartiin Badhaadhinaa gaggeessaa jiru kan ilaaleen gaaffiilee kaafneef deebii kan nuuf kennan Obbo Taayyee Danda'aa waajiira paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaatti itti gaafatamaa sab qunnamtii ti.

Miseensummaan paartii Badhaadhinaa akka nama dhunfaatti malee akka paartiitti miti jedhan.Gaaffii fi Deebii Gaggeeffame Caqasaa.

Oromoon Bulchiinsa Naannoo Ka Biraa Keessatti Filannoof Dorgomuu Akkuma Danda'uu Saboonni Biroonis Oromiyaa Keessatti Dorgomuuf Mirga Qabu: Obbo Taayyee Danda'aa
please wait

No media source currently available

0:00 0:13:01 0:00


Yaadawwan Ilaali (12)

XS
SM
MD
LG