Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaafii fi Deebii, Meejer Jeneraal Baacaa Dabalee Wajjin


Meejer Jeneraal Baacaa Dabalee
Meejer Jeneraal Baacaa Dabalee

Miseensonni raayyaa waraanaa mootumma itiyoophiyaa fi Eertiraa Tigiraay keessatti hookkara saalaa dubattootaa fi durboota irrati raawachuu isaanii gabaasaaleen adda addaa bahanii jiru.

Gabaasaalee kana irratti gama waraana Itiyoophiyaatiin deebiin kenname hin turre. Ministirii Ittisaa Itiyoophiyaatti, hoogganaa kutaa ijaarsa humna waraanaa kan tahan Meejer Jeneraal Baacaa Dabalee dubbisnee jirra.

Dhimma hookkara saalaa Tigiraay keessatti raaw’atamee irratti gababaasaalee qaamota adda addaan dhihaatanii fi gabaastuun VOA, Heezer Mardook qaamaan Tigiraayitti argamtee, miidhamtoota waliin haasawa taasisuun ka dhiheenya dubbatte, deebii Jeneraal Baacaan kennan waliin qindeessee Befeqaaduu tu dhiheessa.

Gaafii fi Deebii, Meejer Jeneraal Baacaa Dabalee Wajjin
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:48 0:00


XS
SM
MD
LG