Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gamtaan Madrak Ibsa Baase


(Suuraa Faayilii)
(Suuraa Faayilii)

Paartiin Itiyoophiyaa Bulchaa Jiru sababaa falaasama komunistii hordofaa jiruun rakkoo biyyatti keessaaf furmaata arguu hin danda’u jechuun Madrak ibsan baasee jira.Yaada furmaata jedhee kan dhiyeessaa jiru biyyatti bulchuu itti fufuuf kan haala mijeessuuf male waan biraa miti jedha.

Biyyatti keessatti rakkowwan jiraniif furmaanni kan argamu sadarkaa biyyooleessaatti paartileen siyaasaa haqaaf hojjatan waliin mariin yoo gaggeeffame qofa jechuun paartii biyya bulchaa jiruuf waamicha dhiyeessee jira.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Gamtaan Madrak Ibsa Baase
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:26 0:00

XS
SM
MD
LG