Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyaan Gootota Oromoo Waggaa 41ffaan Yaadatamee Oole


Faayilii - Irreecha Finfinnee bara 2019 irratti nama alaabaa Adda Bilisummaa Oromoo ol-qabee deemu

Guyyaan gootonni Oromoo gammoojii soomaaliyaa, Shinniigaa keessatti bakka tokkotti itti warreeggaman Eebilli 15 har'a yaddatame oole.

Waggaa 41 dura jilli hooggansa Adda Bilisummaa Oromoo dura ta'a dhaabbicha dabaalatee namoonni 11 bakka tokkotti kan warreggamaani, guyyaan kun.

ABOn sanaa booda guyyaan kun akka guyyaa gotoota yaddatamuf murtessee, waggaan waggaan yaadamtaa jira, jedhan hayyu dureen ABO obbo Daawud Ibsaa.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Guyyaan Gootota Oromoo Waggaa 41ffaan Yaadatamee Oole
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:27 0:00


Yaadawwan Ilaali (17)

XS
SM
MD
LG