Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganaan Abbaa Alangaa Federaa Mana-murtiitti Dhihaatanii Balleessaan itti Murame  


Hoogganaan abbaa alangaa waliigalaa federaalaa Dr.Geedewoon Xiimotiwoos kaleessaa mana murtii ol’aanaa Federaalaa ramadii 1ffaa farraa shororkeessa fi dhimmota heeraa-motummaatti dhiyatanii, adabbiin balleessummaa itti muramuun himamee jira.

Dr. Geedewoon tajaajila wal'aansa fayyaa shakamtoota mana hidhaatti argaman kan obbo Jaawar Mohaammad, obbo Baqqalaa Garbaa fi obbo Hamzaa Boorana kan manni murtii olaanaa federaalaa murtesse danquun kan himataman tahuu, abbukaatoon himatoota Sagalee Ameerikaaf ibsanii jiran. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Hoogganaan Abbaa Alangaa Federaa Mana-murtiitti Dhihaatanii Balleessaan itti Murame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:56 0:00



Yaadawwan Ilaali (38)

XS
SM
MD
LG