Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessatti Qaala'insii Jireenya Dabalaatuma Jira


Faayilii - Gabaa Markaatoo, Finfinnee, Fulbaana 2017
Faayilii - Gabaa Markaatoo, Finfinnee, Fulbaana 2017

Baatii reef xumuramee Adooleessa keessa qaala'iinsii jireenyaa 100 keessaa harka 22.3 ga'uun ibsamee jira.

Keessumaa gatiin nyaataa dabaluun jireenyii cimuu isaaf hanga harka 24 kan gumaache ta'u fi kan irra debi'uun ka'e tasgabiin siyaasaa dhabamuu fi weerarrii vaayrasii koronaa qooda olaanaa qabaachuun ibsamee jira.

Gatiin nyaataa dabaluun kan itti fufee yoo ta'u lammiwwan biyyattii kanneen galii sadarkaa gadii qaban jiraachuuf carraaqaa kan jiran ta'u Simanyish Yeqoyyee gabaastee jirti.

XS
SM
MD
LG