Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessatti Meeshaalee Waraanaa Xixxiqaa Galmeessuuf Qophiin Akka Jiru Ibsame


Aadde Mufriyaat Kamaal
Aadde Mufriyaat Kamaal

Hojiin meeshaalee xixxiqqaa harka namoota dhunfaa jiran galmeessuu kana jalqabuuf irratti hojjatamaa kan jiru ta'u kan beeksiisee ministeera Nagaa ti.

Mootummaan Itiyoophiyaa meeshaalee waraanaa xixxiqqaa kanneen seeraan ala argamantu biyyatti keessatti yakka hammaachaa dhufeef sababaa ta'e jechuun eega beeksisee ture.

Sana booda ture galmeesuuf qophiin akka jiru har'a ka ibsame.

XS
SM
MD
LG