Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jiloonni Eertraa Sudaannitti Imalan 


(suuraa faayilii)
(suuraa faayilii)

Jilli mootummaa Eertraa ministeera haajaa alaa Osman Saaleeh fi gorsaa prezidaantii Yemaanee Gebre Aab of keessaa qabu har’a Kaartuum keessatti prezidantii mana maree Generaal Kaartuum Jeneraal Abdulfattaa al-Buraanii akkasumas muummicha ministeraa Abdullaah Hamdook waliin wal arguu dhaan ergaa prezidaanti Isaayaas Afewerqii ittiin ga’anii jiran.

Ergaa fi mareen gama lamaanii kan irratti fuuleffate hariiroo biyyoota lamaanii fi wal ta’iinsa naannoo cimsuu irratti fuuleffata.

Gareen lamaan hollaa isaanii kan taate dhimmi Itiyoopiyaa irrattis mari’ataniiru jechuu dhaan gorsaan prezidaantii Yemane Gebreab ergaa tweeter irratti barreessaniin beeksisaniiru.

XS
SM
MD
LG