Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoota Abbaa Keenya Ajjeesaniif Akka Maatiitti Dhiifama Gooneerra: Waakkennee Getaachoo   


Jaankoo Geetaachoo

Waakkennee yokaan Jaankoo Getaachoo abbaa isaa haala suukanneessaan ajjeefamanitti fuuleffachuun kitaaba mata dureen isaa “Mirga Ajjeesuu” jedhu barreessee dubbistoota biraan gahee jira.

Kitaabni haaraan kun Dilbata dhufu magaalaa Finfinnee, Giddu Gala Aadaa Oromootti eebbifama jechuun Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti hime, Jaankoon.

Gaaffii fi deebii guutuu caqasaa.

Namoota Abbaa Keenya Ajjeesaniif Akka Maatiitti Dhiifama Gooneerra: Waakkennee Getaachoo
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:01 0:00


Yaadawwan Ilaali (9)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG