Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jijjirama Argame Kan Fide Uummata: Prezidaant Lammaa Magarsaa


Prezidaantii mootummaa bulchinsa naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa

Koreen “Baggoo Saw” badhaasa waggaa kan baranaa Prezidaantii mootummaa bulchinsa naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa “Badhaafamaa addaa” jechuun moggaasee badhaase.

Koreen Baggoo Saw filannoo gaggeesseen gareen ykn Tiim Lammaan jijjiramaa fi siyaasa haaraa argamee keessatti qooda olaanaa akka qabu ibsee sana keessatti hojii gaarii hojjatameef maqaan iddoo duraa qabu kan Prezidaant Lammaa Magarsaa ta’u ibsuun galateffatee jira.

Prezidaant Lammaan gama isaaniin jijjirama argameef hawaasa biyyatti mara galateeffatan.Biyyattiin karaa wal qaxxaa muruu irra akka jirtu kunis siyaasa hamaa biyyatti keessatti waggoota dheeraaf ture gama kaaniin ka jiru abdii ta’u ibsan.

Keessumaa kanneen siyaasa biyyattii keessa jirru yaada qajeelaa qabaannee fi fedhii qabnuutti daangaa yoo tolfannee milkaa’uun akka jiru kun ta’u baannaan kufaatiin mudachuu akka malu akeekkachisan.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:34 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG