Xurree ittiin seenan

Breaking News

Loreet Lammaa Guyyaa Har'a Du'an Boqotan


Loreet Lammaa Guyyaa
Loreet Lammaa Guyyaa

Fakkii kaasuun beekamaa fi Doktoora kabajaa kan turan Loreet Lammaa Guyyaa wal'ansa fayyaa argataa eegaturanii booda umrii isaanii 92tti har'a du'uun isaanii beekamee jira.

Waggootii darban 65 keessatti fakkii 10,000 caalaa gogaa Reettii irratti kaasuun isaanii dinqiisiifannaa guddaa horee fi jira.

Hojii isaanii kanas waaltaa agarsiisa oogumaa Bishooftuu keessatti bananiin dawwachisaa turan.

Sirnii awwaalacha isaanis Kamiisa dhufu magaalaa Bishooftu keessatti kan gaggeeffamu ta'uun ibsamee jira.

XS
SM
MD
LG