Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni-murtii Oromiyaa Kan Aanaa Magaalaa Finfinnee keessatti Hunddeessame 


Manni murtii waliigala oromiyaa mana murtii aanaa magaalaa Finfinnee keessatti tibbana hundaa'eera.

Manni murtii kun dhimmota dantaa Oromiyaa magaalaa Finfinnee keessatti argaman ilaaluuf akka hundaa'e Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa ibsee jira.

Daayirektarri dhimmota kominikeeshinii mana murtii waliigala Oromiyaa obbo Gonfaa Atoomaa Raadiyoo Sagaalee Ameerikaattif ibsa kennaniin,"Naannoon Oromiyaa Magaalaa Finfinnee keessatti mana murtii aanaa hundeessuuf mirga labsiidhaan kennameef qaba." jedhan.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Manni-murtii Oromiyaa Kan Aanaa Magaalaa Finfinnee keessatti Hunddeessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:57 0:00


XS
SM
MD
LG