Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni Murtii Wajiir Godaantota Itiyoophiyaa 35’rratti Murtii dabarse


Keeniyaatti Manni Murtii Wajiir Lammilee Itiyoophiyaa 35 seeraan ala gara Keeniyaa seenani jedhe irratti hidhaa ji’a tokkoo yookaan adabbii qarshii Shiilingii Keeniyaa kuma Shantama irratti dabarseera.

[Taanzaaniyaan Godaantota Itiyoophiyaa 84 hidhaa waggaa 3’rratti murteessite]

Lammileen itiyoophiyaa kun jimaata darbe eeruu jiraattota naannoon to’annoo jela ka oolan yoo ta’u, walitti bu’iinsa daangaa Naannoo Oromiyaa fi ka naannoo Somaalee Itiyoophiyaa jiru baqa akka gara Keeniyaa dhufanis dhaddacha harra itti dhiyaataniif himaniiru.

Galmoo Daawit gabaasa isaa qopheesseera

Manni Murtii Wajiir Godaantota Itiyoophiyaa 35’rratti Murtii dabarse
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:41 0:00

[Lammiwwan Yeroo Ammaa Yemenitti Baqatan Keessaa 98% Oromoo Dha]

XS
SM
MD
LG