Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Yunaayitid Isteets Gabaaasaa Waggaa Ka Mirga Dhala-namaa Biyyoota Addunyaa Ifa Godhe   


Ministriin dhimma alaa waggaa waggaatti akkuma gochaa ture Sanbata darbe kana gabasa bara 2017 baaseen Itiyoophiyaa keessatti sababaa malee hidhuu akkasumas yakkaawwan ka biroo mirga nmaaa irratti raawwataman, kanneen akka achi buuteen dhabamuu, lubbuun lammiwwanii humnoota mootummaan dhabamuu fi gochaalee hamminaa tarreessee baasee jira. ibsa ba’e kana irratti deebii mootummaa Itiyoophiyaa argachuuf eegaa jirra.

Guutummaa gabaasaa keenyaa dhaggeeffadhaa

Mootummaan Yunaayitid Isteets Gabaaasaa Waggaa Ka Mirga Dhala-namaa Biyyoota Addunyaa Ifa Godhe
please wait

No media source currently available

0:00 0:12:39 0:00

XS
SM
MD
LG