Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mummichi Ministeera Kaanaadaa Prezidaant Traamp Wajjin Wal Ga’an


President Donald Trump meets with Canadian Prime Minister Justin Trudeau in the Oval Office of the White House in Washington, Feb. 13, 2017.
President Donald Trump meets with Canadian Prime Minister Justin Trudeau in the Oval Office of the White House in Washington, Feb. 13, 2017.

Prezidaantiin Yunaaytid Isteetes Donaald Traamp har’a mummicha ministeera Kaanaadaa Jastiin Trudoo Waayit Hawuus keessatti simatanii haasoofsiisan.

Kunis dubartoota daldala irratti bobba’aniif biyyonni lameen haala mijeessuu kan jedhu qabxii irratti dubbatan keessaa ta’a jedhamee eegama.Traamp fi Trudoon walgahii hedduu gaggeessuuf jiru.Waayit Hawuus kunis akka jedhuutti waa’ee hogganoota daldalaa fi dubartoota daldala irratti bobba’an jajjabeessuu kan jedhu ta’a.

Daw’annaan mummichi ministeera kaanaadaa guyyaa tokkoof kan karoorfame yoo ta’u afaan yaa’ii mana maree yunaaytid Isteetes Pool Rayaan fi seneeta keessatti hogganaa paartii sagalee yayyabaa Mich Makonnel waliin wal arguuf jira.

XS
SM
MD
LG