Xurree ittiin seenan

Breaking News

Saawudi Arabiyaan Musilimoonii Adoolssaa dhufu Hajjii dhaaf Deeman Talaallii Koovid-19 FudhachuuQaban Jette


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Sawudi Arabiyaan musilimoonii Adoolssa dhufu Hajjii dhaaf deeman akka talaallii koovid 19 fudhachuu qaban ibsiteetti. Kunimoo musiliimota Taanzaniyaa waan yaddeseef mootummaan Tanzaniiyaa akka dafee haala mijeesuu diibaa jiru.

Amma jalqaba bara kaanaatti haangaawoonii Taanzaaniyaa talaallii koovid 19 didaa turan. Prezidaantiin biyyatii duraanii Joohn Magufuurii dhibee koronaatiif fala biro kan dhugaa hintaane lalabaa turan. Ergaa isaan ji’a Bitootessa darbe dua’nii, bakka buutuun isaanii Saamiyaa Hassan qaamaa dhibee kan irratii isaan gargaaru dhaaban.

Torban lamman darbe koreen dhimmicha qorachaa ture ibsa baaseen talaalliin bu’aa qabeessa ta’uu isaa ibsee namoonnii biyyaa alaa deeman akka talaallii fudhachuu qaban beekisiseera.

XS
SM
MD
LG