Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa fi Hayyu-dureen ABO Asmaraatti Wal-ga’anii Dubbatan


Dubbi-himaa Adda Bilisummaa Oromoo, Obbo Toleeraa Adabaa
Dubbi-himaa Adda Bilisummaa Oromoo, Obbo Toleeraa Adabaa

Ka dhuma torban dabree irra Ertiraa daawwatan – Muummichi-ministeeraa Itoophiyaa Dr. Abiyyii Ahmad fi Hayyu-ureen Adda Bilisummaa Oromoo, Obbo Daawud Ibsaa Wixata dabre, Adoolessa sagal, bara 2018 magaalaa Asmaraatti yeroo gabaabaaf walga’anii turan.

Qaama lamaan gidduutti haala itti mariin nageenyaa geggeeffamu irratti ka dubbatan yoo tahu, jiloota gam-lameenii qopheesuudhaan yeroo gabaabaatti marii jalqabuuf walii-galanii jiran. Kan ilaalchisuun dubbi-himaa Adda Bilisummaa Oromoo – Obbo Toleeraa Adabaa, Asmaraa irraa dubbisee jira.

Dhaggeeffadhaa.

Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa fi Hayyu-dureen ABO Asmaraatti Wal-ga’anii Dubbatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:56 0:00

XS
SM
MD
LG