Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wiirtuuleen Filannoo Soddommni Naannoo Affaaritti Darbuu Nan Morma Jedhe Naannoon Somaalee 


Faayilii - Pirezdaantii Naannoo Somaalee Musxefee Mehammed
Faayilii - Pirezdaantii Naannoo Somaalee Musxefee Mehammed

Mootummaan naannoo somaalee boordiin filannoo wiirtulee filanoo 30 gara naannoo Affaaritti dabarsuu isaa mormee jira.

Boordiin filannoo kaartaa filannoo baatii Bitootessaa keessa ennaa beeksisu wiirtuleen filannoo 30 naannoo somaaleef kennamanii turan.

Boordichi irra deddeebi’uu dhaan kaartaan filannoo sun daangaa bulchiinsaa hin mul’isu jechaa ture. Haa ta’u malee naannoon Somaalee xalayaa prezidaantiin naannoo sanaa Musxefee Mehammed irratti mallatteessaniin yoo boordichi irra deebi’uun hin xiinxalu ta’e filannoo keessaan ba’a jechuun dhaadatee jira jechuun Addis Chekol gabaaseera.

XS
SM
MD
LG