Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hogganoonni Dhabbata Geejiba Galaanarraa Itoophiyaa Malaammaltummadhan Shakkaman Lama Kaleessa Mana Murtiitti Dhihaatan


Faayilii - Buufata geejiba galaanaaraa Jibuutii
Faayilii - Buufata geejiba galaanaaraa Jibuutii

Gurmuun qorannaa yakkaa poolisii federaalaa Itoophiyaa midhaa miliyoona 480 ol ta'u mootummaa fi uummatarraan gahaniiru jedhuudhaan shakkamtoota lama kaleessa mana murtiitti dhiheesse.

Hoogantoonni lamaan kun dhabbata geejibaa galaanarraa Itoophiyaa damee Jibuutiitii itti gaafatamaa an ta’an Obbo Unatuu Taayeetif kanaan dura buufata lafaa Mojootti itti gaafatamaa an turanfi yeroo to’annaa jala olfamanitti garee damee jibuutitii hoggasa yeroo keennaa an turan Obbo Taayee Caalaati.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

Hogganoonni Dhabbata Geejiba Galaanarraa Itoophiyaa Malaammaltummadhan Shakkaman Lama Kaleessa Mana Murtiitti Dhihaatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:47 0:00

XS
SM
MD
LG