Xurree ittiin seenan

Breaking News

Proojektiileen Aadaa, Seenaa fi Dudhaa Oromoo Guddisan Finfinnee Keessatti Haojjetamaa Jiraachun Himame


Biiroon Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee keessatti proojektiileen aadaa, seenaa, duudhaa fi eenyummaa oromoo muli'isan jalqabamanii jiraachuu ibse.

Biiroon kun akka ibsetti mannni baruumsaa aartii, manni nyaata aadaa Oromoo, waaltaaleen omishaa fi huccuulee aadaa Oromoo itti gurguraman proojektiilee ijaaramaa jiran keessaa haga tokko.

Namoonni proojektiilee kana daawwatanis aadaan, seenaa fi duudhaan Oromoo daran babal'atee akka beekamuuf proojektiileen kun qooda guddaa gummaachu, jedhu.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Proojektiileen Aadaa, Seenaa fi Dudhaa Oromoo Guddisan Finfinnee Keessatti Haojjetamaa Jiraachun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:45 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG