Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ministarri Barnootaa Barattoota Biyyattii Miliyoona 26 Barnoota Jalqabsiisuuf Mariitti Jira 


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Itoophiyaan akka biyyaatti barattoota ishee miiliyoona 26 sababaa Koovid 19n barnoota malee ji'ootaaf mana turan gara mana baruumsaatti deebisuuf karoorfataa jirti.
Hooggansi ministara barnootaa fi hoogganoonni biiroo barnoota naannoolee mariin har'a Finfinneetti eegalan dhimma kanatti ka fuuleffate ture.

Xummura marichaa irratti manni barnootaa yoom akka banamuu fi dhimmoota waa’ee barnootaa murteessoo ta'an kaan irratti murteen adda addaa akka dabarsamuuf jiru tu eegama.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Ministarri Barnootaa Barattoota Biyyattii Miliyoona 26 Barnoota Jalqabsiisuuf Mariitti Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:02 0:00


XS
SM
MD
LG