Xurree ittiin seenan

Breaking News

Taatoo fi Ogeessa Koomedii Dargaggeessa Ija Daawwattootaa Hawate 


Taatoo fi Ogeessa Koomedii Waakkennee Geetaachoo (Waaqoo)
Taatoo fi Ogeessa Koomedii Waakkennee Geetaachoo (Waaqoo)

Qophii har’aa irratti keessummaan keenya Taatoo fi ogeessa koomedii Waakkennee Geetaachoo ti.

Komeediiwwan Afaan Oromoo haala yeroo irratti qiyyaafatan ykn “Sitcom” jedhamaniin dargaggoota beekamaa dhufan keessaa tokko tahuu isaa dubbata. Komeediiwwaniifi fiilmota Afaan Oromoo hedduurratti hirmaachuu isaa kan nuuf ibse Waaqoon, gara fuulduraattis, waan guddina Aartii Uummata Oromoof tahu nan gumaacha, jedha.

Waaqoon hojii aartiin alatti, barsiisaa tahuu isaa, kitaaba akka barreessaa jirullee nutti hime.

Taatoo fi Ogeessa Koomedii Dargaggeessa Ija Daawwattootaa Hawate
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:04 0:00


XS
SM
MD
LG