Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tarkaanfii Seeraa Alaa Oromiyaa Keessaa Ilaachisee  Mootummaa fi KFOn Maal Dubbatan?


Adabaabaayii magaala Dambi Dooloo

Dubbi-himaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Geetaachoo Baalchaa “tarkaanfiin Seera biyyattiin ala fudhatamu kamuu seera dhabeessa akka tahe amanna,” jechuun, dhimmi nama qabamee tokkoos qaama seera qabeesa taheen akka ilaalamuu qabu dubbatan.

Paartiin Kongirasii Federaalawa Oromoo, “Ajjeechaan Seeraan alaa qaama mootummaatiin raawwatamu atattamaan dhaabbachuu qaba” jechuun kan ibsa baase yoo tahu, ibsa KFO kanaaf illee deebii kennanii jiran – Obbo Getaahoon. Gabaasaa guutuu caqasaa

Tarkaanfii Seeraa Alaa Oromiyaa Keessaa Ilaachisee  Mootummaa fi KFOn Maal Dubbatan?
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:00 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG