Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Tarkaanfiin Humnoonni Nageenyaa Oromiyaa Keessatti Fudhatan Ka Gitaa Oliiti"


 Koomishinni Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa tarkaanfiin humnoonni nageenyaa dhiheenya Oromiyaa keessatti fudhatan ka gitaa oliiti jedhe. 

Mormiilee tibba kana Naannoo Oromiyaa keessatti mudateen walqabatee tarkaanfin humnoonni nageenyaa mootummaa fudhatan kan sirrii hin taanee fi humnaa ol ta'uu isaa Komishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa beeksisee jira. Bulchiinsi mootummaan naannoo Oromiyaa gama isaatiin wantoonni diriqisiisoon humnaa ol ta'anii tarikaanifiin itti fudhatame jiraatanis, hanqinni jiru qoratamee adda bahaa jedha.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

"Tarkaanfiin Humnoonni Nageenyaa Oromiyaa Keessatti Fudhatan Ka Gitaa Oliiti"
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:06 0:00


Yaadawwan Ilaali (11)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG