Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waa’een Iraan Tasgabii Gidduu Galeessa Bahaaf Akkaan Barbaachisaa Dha.Ministrii Dantaa Alaa Amerikaa


Iraan sagantaa Nukleerraa qabdu akka dhaabdu gochuuf yaalii bulchiinsii prezidaant Traamp gochaa jiru kan ilaaleen ministriin dantaa alaa Amerikaa Maayk Pompiyoo raadiyoo sagalee Amerikaaf ibsanii jiru.

Hiriira mormii dhiyeenya kana Iraan Irratti ba’amaa jiru fi lammiwwan Amerikaa Iraan keessatti hidhamanii jiran gadhisisuuf yaalii ta’aa jiru irrattis marii gaggeessan.

Gabaasa Guutuu Caqasaa.

Waa’een Iraan Tasgabii Gidduu Galeessa Bahaaf Akkaan Barbaachisaa Dha.Ministrii Dantaa Alaa Amerikaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:34 0:00

XS
SM
MD
LG