Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waa’ee Fayyaa Kan Ilaaleen Qorannaan Haaraa Ba’an Maal Jedhu?


Waa’ee Fayyaa Kan Ilaaleen Qorannaan Haaraa Ba’an Maal Jedhu?
Waa’ee Fayyaa Kan Ilaaleen Qorannaan Haaraa Ba’an Maal Jedhu?

Dargaggonni addunyaa irra jiran miliyoona tokko caalaan sababaa silaa ittifamuu danda’amuun du’aa jiru jechuun jaarmayaan Fayyaa addunyaa ykn WHOn beeksisee Jira.

Sagantaaleen yeroo dubartiin ulfaa fi da’umsaatti hojii irra olaa jiran akkasumas talaaliin yeroo yerootti kennaman du’a silaa ijoollee mudachuu malu harka guddaa hanqisee jira.

Garu fayyaan dargaggootaa fi shamarran umriin isaanii 11 hanga 25 gidduu dagatamee ykn ija tuffiin ilaalamaa jira jedha jaarmayaan fayyaa addunyaa.

Gama kaaniin haatii mucaa ykn daa’ima ishee annan harmaa hosisuun guddifte bu’an isaa daa’iima qofaaf otoo hin taane haadhaafis ta’u qorannaan haaraa gaggeeffame agarsisee jra.Haatii hosiftu umriin dabalaa yeroo deemu dhukkuba onnee qabamuuf carraa jiru irraa xiqqeessa jedhu Doktoroonni.

Waa’ee Fayyaa Kan Ilaaleen Qorannaan Haaraa Ba’an Maal Jedhu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:02 0:00

XS
SM
MD
LG