Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godina Walaggaa Lixaa fi Bahaa Keessatti Hiriirri Geggeessame Nagaan Xumurame: Jiraatotaa fi Bulchiisa


Hiriira gaddaa Naqamteeti

Godina Wallaggaa lixaa magaalaa Mandii akkasumas godina Wallaggaa Bahaa magaalaa Naqamtee keessatti har’a hiriirri guddaan hawaasa mara hirmaachise geggeessamuu jiraattonnii fi bulchiinsi magaalaalee kanaa ibsanii jiran.

Ajjeechaa Calanqootti raawwatame balaaleffachuun hiriira gaddaa Naqamteetti Geggeeffame
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:31 0:00
Xurree marsariitii

Sababaan hiriira kanaa ajjeechaa Calanqoo keessatti raawwate mormuu akkasumas hoogganoonni siyaasaa kanneen mana hidhaa keessa jiran akka gad dhiisaman hacuuccaa fi hiraarfamni uummata irratti raawwatu akka dhaabatuu fi uummata keenya qe’ee irraa godaansuun akka hafu kan jedhu ta’uu jiraattonnii fi bulchiisni nuuf ibsee jira. Hiriirawwan magaalaalee lamaanuu keessatti geggeessaman nagaan xumuramuun illee beekameera.

Godina Walaggaa Lixaa fi Bahaa Keessatti Hiriirri Geggeessame Nagaan Xumurame: Jiraatotaa fi Bulchiisa
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:02 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG