Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ajjechaa Calanqoo Keessatti Gaggeeffame Ija Seeraan Attamitti Ilaalama?


Calanqoo keessatti humna lubbuu jiraattota 15 galaafatee kanneen biroo kudhan caalaan madeesse sana bulchiinsii naannoo Oromiyaa hin waamne jechuudhaan prezidaantiin Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa Robii Muddee 13 bara 2017 Televiziyoona OBNiif ibsanii jiru.

Raayyaan ittisa biyyaas ta’e polisiin Federaalaa bulchiinsa naannoo adda addaa keessa seenuu ka danda’uu afeerraan yoo dhiyaateef qofa jedha heerrii biyyatti.Tarkaanfii Calanqoo keessatti fudhatamee kana raayyaa ittisa biyyaatu fudhate jedhu jiraattonni fi aangawoonni nannoo.

Dhimma kana akka seeraa fi heera biyyattiitti eenuutu ilaaluuf jira?Walitti bu’iinsa daangaa kan jiraattonni waggaa kudha lamaaf itti fufee jira jedhan furmaata itti barbaaduun qooda eenyuuti?

Marii gaggeeffame caqasaa

Ajjechaa Calanqoo Keessatti Gaggeeffame Ija Seeraan Attamitti Ilaalama?
please wait

No media source currently available

0:00 0:17:59 0:00

XS
SM
MD
LG