Xurree ittiin seenan

Breaking News

Weerarri Hawaannisaa Godinaalee Tigraay Afur Waliin Gahuun Ibsame


Eega naannoo Tigiraay seenee baatiilee lama ka guute – weerarri Hawaannisaa godinaalee afur waliin gahuu isaa Waajirri Qonnaa fi Misooma Baadiyyaa naannichaa ibsee jira.

Itti-gaafatamaan sab-qoonnamtii waajirichaa Obbo Mikaa’el Mirutsi VOA akka ibsanitti, kan ulaalee shaniin gara naannichaatti seene hoomaan hawaannisaa amma baay’ee babal’ataa waan jiruuf jecha, hawaannisicha hari’uu fi keemikaala itti biifuudhaa ala oomishaalee ga’an sassaabuutti bobba’amee jira – jedhuun, Mulugeetaa Atsibahaa – Maqalee irraa gabaasee jira.

Yaadawwan Ilaali (4)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG