Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunivarsitiin Wallaggaa Maqaa Artist Haacaalutiin Mana-barnootaa Muuziqaa Bane Eebbisiise 


Yunivarsitiin Wallaggaa Maqaa Artist Haacaalutiin Mana-barnootaa Muuziqaa Bane Eebbisiise 

Yunivarsiitiin Wallaggaa mana barumsaa muuziaqaa maqaa Weellisaa Hacaaluu Hundeessaatiin moggaase torban darbe eebbisiisee banuu beeksise.

Itti gaafatamaan Insititiyuutii Qorannoo Afaan fi Gaazexessummaa Doktor Tashaala Tafarraa’ “Manni Barumsaa kun seenaa Hacaaluu Hundeessaa yaadachuuf akkasumas akka dhalootni ammaa fi dhufuu aadaa fi seenaa ofii itti baratuuf gargaara” jedhan.

Abbaan Gadaa Godina Wallagga Bahaa, Asfaaw Kabbada gama isaaniin, “Hacaaluun waan uummata biratti hin dagatamneef, manni barumsaa maqaa isaan moggaafame banamuun ka nama gammachiisu,” jechuun dubbatan.

Yunivarsitiin Wallaggaa Maqaa Artist Haacaalutiin Mana-barnootaa Muuziqaa Bane Eebbisiise
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:47 0:00


Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG