‘Haleellaa Mooyyaleetti Ta’een Lubbuun Namoota 4 Darbeera’ Hospitaala Mooyyalee

Baqattoota Oromoo Keeniyaa buufata Somaarree jiran, Bitootessa 27, 2018

Dilbata darbe kanaa kaasee rakkoo nageenyaa Godina Booranaa magaalaa Mooyyaleetti mudateen lubbuun namoota afurii akka darbe hospitaalli Mooyyalee beeksise. Obbo Huseen Maamaa Itti Aanaan Hoogganaa hospitaala mooyyalee Raadiyoonii VOA’f, kaleessaa kaasee namootni 60 ol hospitaalichatti yaalamaa jiraachuullee himani. Obbo Dheengee Booruu bulchaan godina Booranaa rakkoo Mooyyaleetti ta’ee jiru kana mootummaan akka furuuf angawoota mootummaa olaanoof beeksisuullee himanii jiruu, Galmoo Daawit dabalata qaba.

Your browser doesn’t support HTML5

‘Haleellaa Mooyyaleetti Ta’een Lubbuun Namoota 4 Darbeera’ Hospitaala Mooyyalee