Yunivarsitii Wallaggaa, Damee Shaambuutti Barataan Tokko Qaama Hin Beekamneen Ajjeesame, Jedhama

Yunivarsiitii Wallaggaa Damee Shaambuutti kaleessa halkan lubbuun barataa tokkoo qaama ammaaf eenyumaan isaa hin beekamiiniin darbuu Pirezidaantiin Yunivarsiitii Wallaggaa beeksisan jiru.

Barattootni ka biroon lama madaa’uus ka dubbatan – hoogganaan Yunivarsitichaa, “yakka sanaan wal-qabatee namoonni lama shakkiin qabamanii jiran,” jedhu.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

shambuu