Qorannaa Sa'aa 24tiin Namoota Vaayirasii Koronaa Qaban 100 Tu Itiyoophiyaa keessatti Argame

Itiyoophiyaa keessatti sa’atiilee 24 keessatti qorannaa vaayirasii Koronaa namoota 4950 irratti geggeessameen, namoota 100 irratti vaayirasichi argamuun har’a himamee jira.

Abbaan-alangaa kan Itiyoophiyaa, qajeelchota dabalataa tamsa’ina vaayirasichaa ittisuu danda’a jedhu ifatti beeksisee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Qorannaa Sa'aa 24tiin Namoota Vaayirasii Koronaa Qaban 100 Tu Itiyoophiyaa keessatti Argame